Nuyi Mana Qulqullummaa Waaqayyo ti!

Jalqaba Jecha mana jedhu durée jako yoo věci jako irraa fudhannee ilaalle: Mana jechuun kan namni, horiin, yookiin meeshaan keessa jiraatu jenne fudhachuu ni dandeenya. Yeroo Jecha mana jedhu kanatti qulqullummaa jechi jedhu dabalame, akkuma beekamu hikaan o ISAAA je jijjirama.

Mana qulqulummaa jechunis Wanti qulqulluun přehlédnutí národní ka'amu yookin ve sloupci ve sloupci jiraatu jechuudha. Manni qulqullummaa aby immoo informačních a komunikačních technologií abbummaan gaafatummaa v e Wali kan akka ni o Waaqayyo hubbana. Maaliif jenne yoo gaafannee ‘ani qulqulluudha’ jedhe ofi isaaf kan dhugaa ba’e Waaqayyo qofa waan ta’eef. Haa ta’u malee Waaqayyo akka isaatti qulqulluu akka tanu yeroo hundumaa ni barbaada. Kanaaf akka ani qulqulluu ta’e isinis qulqulloota ta’a jedhe kan nu abboomeef.

Nuti warri goofta keenya Yesus Kristositti amanne, ijoollee Waaqayyo akka tanee sagaleen Waaqayyo nu hubbachisa (Yohan.1:12, 2Qor.6:18). Ijoollee Waaqayyo erga taanee nu kan Waaqayyooti malee kan biyya lafaa miti yookiin kan ofii keenyaa miti. Abbaan keenya Waaqayyo nu jaallatee ilama isaa tokkicha akka nu fayyinuuf, cubbuu jalaa akka baanuuf, du’a barabaraa jalaas akka nu baraarmnuuf nuuf kenne. Kanaanis jaalala guddaa nuuf qabu mul’isee jira.

Akkuma Waaqayyo nu jaallate nus Waaqayyoon ni jaallannaa ree? Dubbiin Waaqayyo garu: ‘Eenyu illee yoo na jaallate dubbii koo immoo ni rawwata, abbaan koos immoo isa ni jaallata; nuyis (Ilma, Abbaa, Hafuura Qulqulluu) isa bira ni dhufna, iddoo jireenyaas isa bira ni godhana’ (Yoh.14:23). Sagaleen kun akka nu barsisutti Waaqayyoon warra jaallatan, sagalee peklo rawwachuudhan, Waaqayyo iddoo buufata peklo, iddoo jireenya o ISAAA je godhata jechuudha. Waaqayyo akkuma kůže sakra Bakka qulqulluu místo. ’Manni qulqullummaa Waaqayyo immoo Waaqayyoolii tolfamanii wajjin walii galtee malii qabu? Waaqayyo jiraatadha, nuyis mana qulqulluummaa isaati. "

Kanaaf Waaqayyo akkas nun jedhe: Ani ISIN Bira nan buufadha, ISIN jiddus nan deddeebi'a, i Waaqayyo keessan doručení ta'a značky služeb dnes taatu (2Qor.6:16). Nu erga mana qulqulluummaa Waaqayyo taanee, mana hafuurri Waaqayyo keessa boqatu kana qulqulluummaati ni eegnaa ree?

Hafuurri Waaqayyo yoo dhuguma isin keessa jiraate, isin akka feedha hafuuraatti malee akka fedha foonitti hin jiratan; namni hafuura Kristos of keessaa hin qabne kan Kristos miti (Řím 8:9). Garu isin kan akka mana qulqulluummaa Waaqayyo taatan, hafuurri Waaqayyoos akka isin keessa buufatee jiru hin beektanii ree? (1Qor. 3:16).

Hafuura kanas Waaqayyo biraa argattan; mana qulqulluummaa hafuura isas erga taatanii, největší národní ofii keessan miti. Waaqayyo gatiidhaan ISIN bitate; kanaaf guutummaa dhagna keessaniin waan inni ittin galateeffamu hojjedha! (1Qor.6:19-20). Foon keenyaa, jireenyi keenyaa není qulqullummaa Waaqayyo ta'u peklo barree qulqulluummati akka eegnu, kan uvnitř nuuf kennee psa Maan vlka isaaf klíče jemný kozí qulqulluun nu HAA křičí.

Maqaa Yesus Gooftaatiin; Ameen.

Tesfaye Ayyano Tiin

Tisk Friendly
Podíl

Komentáře

Nuyi Mana Qulqullummaa Waaqayyo ti! — 4 Komentáře

  1. Waaqayyoon koo guddaa isiin ha eebbisuu hedduu irraa bare dargaggootaaf waaqayyoon namoota waamaman hundaaf ergaa guddaa dha. Gooftaa ayyaana kana dacha dachaa isiinif ha baayyisu.

    barsiisaa Addisuu Baqqalaa
    Addis Abeba Science and Technology irraa
    Finfi
    innee

  2. WAAQAYYOO GOFTAAN ISIN HAA EBBISUU .
    barnotaa garii nuf lachaa jirtuu , wareen hangaa xummurrat milkaahan nu haa tasisuu(walumman)
    barataa physics waggaa 1ffaa jimmaa university

  3. waaqayyoo goftaan isin haa ebbisuu, ayyanisas sinif haa bayaatuu, jechaa hujii garummaaf akkumaa kutatani kataan hangaa xummurra ti waaqayyoo isin haa gargaaruu.barnotaa gariif jijjiramaa fidudha.
    barataa physics waggaa1ffaa jimma university irraa

  4. baay’ee galatooma isiniin jechaa,barnootni isin kennaa jirtan kun baay’ee barbaachisaa akkanni ta’e keessumattuu dhaloota ammaa kanaaf baay’ee kan barbachisu ta’uusaa hubannoo hedduu irraa argadheetan jira

    ani barataa waggaa lmmaffaa(2)eng. Universitii Dirre Dhawa irrati
    hedduu galatooma

Dovolená jeden Namítat

Vaše e-mailová adresa nebude zveřejněna. Povinná pole jsou označena *

*

upozornění na nové komentáře k tomuto článku. Chcete dostávat upozornění na nové komentáře a sami článek nekomentovat? Přihlaste se k odběru.

Comment moderation is enabled. Your comment may take some time to appear.