Gooftichi Dhuguma Du’aa Ka’eera

Gooftichi Dhuguma Du’aa Ka’eera Luqaas 24:13-35 Lafa nuti abdi kutanetti—gafa nuti roomine addemnu—Waaqayyo nuti mul’ata. Humna fayyisu isa nuti agarsiisa. Abdi keenya haaressa. Akkeka fi kayyo keenya geedara. MAREE: Gafa abdi kutanna kee Waaqayyo sflf ga’e beeka? Mee dhugaa nuuf ba’i. MEE ITTI YAADII: Maaliif Gooftan yeroo dhume irratti, abdi dhumate irratti mul’ata mul’ata? Nuti arifate immo, isatu yeroo dhumate irratti mul’ata? Moo lachanu ta’u danda’aa? SEENSA: … Dubbisu itti fufaa | Continue reading →

Share

Inno As Hin Jiru, Ka’eera!

Inno As Hin Jiru, Ka’eera! Luqaas 24:1-9 Nuti Yesus isa du’a ka’ee isa jiraataa argaane. Isatu jireenya nuuf ta’e. Yeroo du’a ka’u Goofta itti yaadanu kanatti attamitti Yesus inni jiraataan jireenya akka nuuf ta’e waliin xixalla. MAREE: Utuu Yesus dhimma kee keessa hin gaalle ta’e maaltu ta’a ture? Guyya har’a kana akkata Yesus jireenya kee itti geedare, akkata inni itti abdi kee moofa’e itti haareesse dhugaa … Dubbisu itti fufaa | Continue reading →

Share