Nuyi Waaqayyoof in hojjenna

isaa biyya garbumma keessa היפ irre כרגיל Waaqayyo לא לשים. בני אמה לא לחכות. סבא isa isa waliin ta'un נראה סוג. בני האמה שנסקרו ב. Saba isaa irra immo amanamumma barbada. Sabni isa amaname Waaqayyoof akka hojjetu—akka waaqesu.

MAREE: Bara jreenya keetti geggessan Waaqayyo siif godhe maal fakkataa? garummma הבדיוני Gegg עיסא בתוך siif godhe כנף kan SII Irra eegamuu Watermaal ג'טה?

Mee Chitti YAADII: Waaqayyo INNI Jaalala ta'e Waaqayyo isa isa sirritti של ta'u hinaafaa בי itti yaadii.

Seens: Iyaasuun Saba Isra’el geggesse biyya akka dhalaniif Waaqayyo isaan abidachiisen erga ga’e booda yeroo dhuma jala irra deebi’e waa’ee dubbi Waaqayyo isaan yaadaachiisa. hojjechuu הבדיוני isa waaqesuu אלף dhiima layyo עכו הין tahin qoqobata גיהינום Dhiimi Waaqayyoof. מיי Iyyasuu 24:14-24dubbisinu הא waliin TTI.

14 "'אמה egaa sodaadhaa Waaqayyoon, amanamummaa guutuudhaanis isaaf hojjedhaa! Wanqayyolii warra abboonni keessan laga Efraaxiis gamatti, biyya Gibxiittis hojjechaafii turan sanattii deebi’aatii Waaqayyoof hojjedhaa! 15 Waaqayyoof hojjechuun isin duratti hamaa yoo fakkaate garuu, waaqayyolii warra abboonni keessan lagicha gamatti hojjechaafii tumaniif yookiis warra kan Amoorota isin biyya isaanii keessa teessan kanaaf hojjettu yoo ta’e har’a eenyuuf akka hojjettan fo’a dhaal’ Garuu anii fi manni koo Waaqayyoof in hojjenna”jedhe.

16Yommus jarni deebisanli, “Waaqayyoon dhiifnee waaqayyoTii biraatllf hojjechuun nuttii haa fagaatu! 17Waaqayyo gooftaa keenya; inni nuyi, abboota keenyas mana garbummaa biyya Gibxii baaseera, milikkita gurguddaa isnas ija keenya dumatti godheena, karaa keenya hundumaa Irratti, saba keessa darbine hundumaa gidduattis inni nu eegeera. 18Waaqayyo inni saba hundumaa, Amoorota achi turanis nu duran oofee baase Waaqayyo keenyn waan ta’eef, nuyi isaaf in hojjenna” jedhan.

19 Jyaasuunis sabaan, “Waaqayyoof hojjechuu hin dandeessan, inni Waaqayyo isa qulqulluu dha, inni Waaqayyo hinaafaa dhas; inni irra-daddarbaa keessanii fi eubbuu keessan isiniif hin dhilsu. 20Waaqayyoon dhiiftanii waaqayyolii ormaatiif yoo hojjettan, inni isa dun gaaril isiniif godhe, amma immoo deebi’ee wanta haman isinitti fidee isin in fixa” jedhe. 21Jarri garuu deebisanil Iyaasuudhaan, “Lakkii! Nuyi Waaqayyoof in hojjenna” jedhan. 22 Ammas Iyaasuun jaraan, “Isin ‘Waaqayyoof in hojjenna’ jettanli isa fo’achuu keessaniin ofli keessan irratti dhugaa in baatu” jedhe; isnanis, “Eyyeel Nuyi dhugaa in baana!” jedhanii in deebisanilf. 23Kana imratti lyaasuun jaraan, “Egaa amma waaqayyolii ormaa warn isin gidduu jiran sana imnaa deebi’aa!Garaa keessanis gara Waaqayyo gooftaa isa kan Israa’elitti deebisaa!” jedhe. 24Jarris Iyaasuudhaan, “Waaqayyo gooftaa keenyaaf in hojjenna, isaafis in abboomanma” jedhan.

  • (L. 14) Waaqayyoon sodaachuu jechuun maal jechuu dha? Amanamummaa guutuudhaanis isaaf hojjechuu jechuun woo?
  • Waan isaani keessa darbanii dhufan jireenya isaani amma irratti dhiiba attami qaba jetta?
  • Fillanno Iyyasuu Saba Isra’el durra ka’e (l. 15) kun fillanno attamitti? Hara’a nuuf hiika maal qaba?
  • Debbii sabni debbise mee irra dedebi’e illalii (l. 16-18). Debbiin kun maal sii barsiisaa?
  • Maaliif Iyyasuun “Waaqayyoof hojjechuu hin dandeessan” jedha (L.19-20)?
  • Iyyasuun maaliif itti fufe saba kana qoqobata (l. 22)?
  • Murtoo Iyyasuu fi murtoo saba (l. 23 להיות 24) mee xinxalii. Maal irra barata?

אמה YKN בודה

Waaqayyoof hojjechuun dubbi salpha miti. Gaatii namaa basisaa—Seera Ba’uu 20:5 להיות 34:14 mee qoradhuu.

HUBBACHIISA

Jechi “sodaa” jedhame asi olitti “Waaqayyoon sodaadhaa” kun soda isaa rafaamu duwwa agarsiisuu utuu hin ta’ne caalatti Waaqayyoon kabaju fi ulfina kennuf ilallata.

Jechi “hojji” jedhamu asi olitti “Waaqayyoof hojjedhaa!” kun Waaqayyoof hojjechu, isaf sagaduu (“worship”) jechuudhaas.

IJOO DUBBI

Namni ayyanaa fi araraa Waaqayyo duwwan fuula Waaqayyootti qaajeela ta’e dhabachuu fi simatamu argata. Jireenya Waaqayyo araraa isa irra kan ka’ee namaa badhase immo namni sun sodaa fi amanamamumman keessa jirachuutu irra eegama.

Jireenyi akkasi kun dubbi layyo utuu hin tane dubbi itti cichuu nama gaafatu dha. Waan nama tokko gammachiisuuf jedhani akka qosatti itti galan ykn eegalan ta’u hin qabu. Murtoo ciima nama gaafata. Waaqayyo INNI Waaqayyo araara ta'e אלף Waaqayyo השלים אבק hinaafaa Waaqayyo. cubbu Waaqayyo לא eenya waliin בדיוני הין matu.

ידידותי הדפסה, PDF & Email
לַחֲלוֹק

תגובות

Nuyi Waaqayyoof in hojjenna — 3 תגובות

  1. Dhugaadhaan isin eebbisaa Waaqayyo gooftaan macca bara jireenyaa keessanii guutuu isn yaa eebbisu. irraa eebbifameera kan biroos akka ittiin eebbifaman gochuufin jira. Yeroo hundaa maqaa abbaa keenyaa QULQULLICHAA ol qabuudhaaf dadhabdan maarree waaqayyoon mootummaa qulqulluu isaa keessatti isin haa yaadatu

כתיבת תגובה

כתובת הדוא"ל שלך לא תפורסם. שדות חובה מסומנים *

*

נא לעדכן אותי במייל על תגובות נוספות. אפשר גם להירשם מבלי להגיב.


Comment moderation is enabled. Your comment may take some time to appear.