Maree | Q & A

Audio clip: Adobe Flash Player (version 9 or above) is required to play this audio clip. Download the latest version here. You also need to have JavaScript enabled in your browser.

Dirren kun birmaduumaan yaadaa wali hiruuf kan addan ba’edha. Gaafii fi yaadaa keessan akka gummachitaan isiin afeerraa. Abban feedhe sodaa fi ceepho male yaadaa isaa akka ibsuutti wal kabajuun akka eegamu ulfinaan isiin gaafanna.

This forum is dedicated to the safe and free exchange of ideas. You are invited to post your questions and comments. Please respect others’ freedom to air their ideas, comments and opinions without fear or intimation.

Print Friendly, PDF & Email
Share

Comments

Maree | Q & A — 9 Comments

    • Akkuma namni firaa kee tokko, “Wa’een kee naa guubaa” yoom jedhu, ani wa’ee kee naan dhimma, ykn naan yaadaa, ykn naan weenaa jedhuu dha. Yesuusis wa’een mana kee — ulfiinaan illaluu dhiisuun isaa, iddo bitaa fi gurgurtaa ta’uun isaa naa dhibaa jechu isaa ti.

  1. Obbo Hambisa Nagaan Waaqayyoo siif haa baayatu.
    Tajaajila kanatti waan ani eebbifameefan si galateefachuu barbaada.
    Eebbifami!!!

  2. Akkam jirtuu adeemsiftonni fula kana? Nagaa kotti ansuun farfannaa audio hedduu fulli kun qaba ture maaf dhoksitaan web… isa? Farfannaan sunniin essattillee argamu kan hin dandeenyee collection , farfannaa duriis akkasuma kan qabuufi kan nama ebbisu ture. fuula keessaan jijjirtammoo essaa bustanii kan jedhu gaaffin koo. danda’amnaan ituu akkuma duraa namni ergaa farfannoota sanaan darbuu hubatee innu tajajilaa guddaa isiin gotaan ture jedheen yaadaan. fayya taha!

    • Obbo Moke.

      Namoota bayy’etuu faarfannoota sana “download” gochuun “bandwidth” heddu qabate. Kanafu warri fuula kana nuuf tikksan nu jala cuufnaan yeroodhaaf faarfannota sana irra kasuuf dirqamine. Haala wayyu barbanee iddo deebisuuf yaalii gonaa.

      Galatoma.

      Kakuudha

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

*

Notify me of followup comments via e-mail. You can also subscribe without commenting.


Comment moderation is enabled. Your comment may take some time to appear.