Mana Nuyi ti Qulqullummaa Waaqayyo!

Jalqaba Jecha yoo come la materia durée manna jedhu come irraa fudhannee ilaalle: Mana jechuun può in pace, horiin, yookiin meeshaan keessa jiraatu fudhachuu Jenne è dandeenya. Yeroo Jecha mana jedhu kanatti qulqullummaa jechi jedhu dabalame, akkuma beekamu hikaan isaa ni jijjirama.

Mana qulqulummaa jechunis wanti qulqulluun tokko kan keessa ka’amu yookin keessa jiraatu jechuudha. Manni qulqullummaa kun immoo itti gaafatummaa fi abbummaan kan Waaqayyo o akka ta’e waliin ni hubbana. Maaliif jenne yoo gaafannee ‘ani qulqulluudha’ jedhe ofi isaaf kan dhugaa ba’e Waaqayyo qofa waan ta’eef. Haa ta’u malee Waaqayyo akka isaatti qulqulluu akka tanu yeroo hundumaa ni barbaada. Ani Akka Kanaaf qulqulluu una e Isinis qulqulloota Ta'a jedhe kan nu abboomeef.

Nuti warri goofta keenya Yesus Kristositti amanne, ijoollee Waaqayyo akka tanee sagaleen Waaqayyo nu hubbachisa (Yohan.1:12, 2Qor.6:18). Ijoollee Waaqayyo erga taanee nu kan Waaqayyooti malee kan biyya lafaa miti yookiin kan ofii keenyaa miti. Abbaan keenya Waaqayyo nu jaallatee ilama isaa tokkicha akka nu fayyinuuf, cubbuu jalaa akka baanuuf, du’a barabaraa jalaas akka nu baraarmnuuf nuuf kenne. Kanaanis jaalala guddaa nuuf qabu mul’isee jira.

Akkuma Waaqayyo nu jaallate nus Waaqayyoon ni jaallannaa ree? Dubbiin Waaqayyo garu: ‘Eenyu illee yoo na jaallate dubbii koo immoo ni rawwata, abbaan koos immoo isa ni jaallata; nuyis (Ilma, Abbaa, Hafuura Qulqulluu) isa bira ni dhufna, iddoo jireenyaas isa bira ni godhana’ (Yoh.14:23). Sagaleen kun akka nu barsisutti Waaqayyoon warra jaallatan, sagalee isaa rawwachuudhan, Waaqayyo iddoo buufata isaa, iddoo jireenya isaa ni godhata jechuudha. Waaqayyo akkuma maqaa isaa bakka qulqulluu jiraata. ’Manni qulqullummaa Waaqayyo immoo Waaqayyoolii tolfamanii wajjin walii galtee malii qabu? Waaqayyo jiraatadha, nuyis mana qulqulluummaa isaati.’

Kanaaf Waaqayyo akkas nun jedhe: Ani isin bira nan buufadha, isin jiddus nan deddeebi’a, ani Waaqayyo keessan nan ta’a isin saba koo ni taatu (2Qor.6:16). Nu erga mana qulqulluummaa Waaqayyo taanee, mana hafuurri Waaqayyo keessa boqatu kana qulqulluummaati ni eegnaa ree?

Hafuurri Waaqayyo yoo dhuguma ISIN keessa jiraate, Malee hafuuraatti Akka akka isin feedha fedha foonitti tempo jiratan; namni hafuura Kristos del prezzo keessaa qabne nazionale Kristos miti (Roma 8:9). Garu isin questo Akka non qulqulluummaa Waaqayyo taatan, hafuurri Waaqayyoos akka isin keessa buufatee jiru hin beektanii ree? (1Qor. 3:16).

Hafuura kanas Waaqayyo biraa argattan; ISA hafuura non qulqulluummaa Mission taatanii, isin kan ofii keessan miti. Waaqayyo gatiidhaan isin bitate; kanaaf guutummaa dhagna keessaniin waan inni ittin galateeffamu hojjedha! (1Qor.6:19-20). Foon keenyaa, jireenyi keenyaa mana qulqullummaa Waaqayyo Ta'u su ISAAA barree qulqulluummati akka eegnu, kan all'interno cane nuuf kennee Maan lupo isaaf chiave Trova il dollaro qulqulluun na haa Gargan.

Maqaa Yesus Gooftaatiin; Ameen.

Tesfaye Ayyano Tiin

Print friendly
Condividere

Commenti

Mana Nuyi ti Qulqullummaa Waaqayyo! — 4 Commenti

  1. Waaqayyoon koo guddaa isiin ha eebbisuu hedduu irraa bare dargaggootaaf waaqayyoon namoota waamaman hundaaf ergaa guddaa dha. Gooftaa ayyaana kana dacha dachaa isiinif ha baayyisu.

    barsiisaa Addisuu Baqqalaa
    Addis Abeba Science and Technology irraa
    Finfi
    innee

  2. WAAQAYYOO GOFTAAN ISIN HAA EBBISUU .
    barnotaa garii nuf lachaa jirtuu , wareen hangaa xummurrat milkaahan nu haa tasisuu(walumman)
    barataa physics waggaa 1ffaa jimmaa university

  3. waaqayyoo goftaan isin haa ebbisuu, ayyanisas sinif haa bayaatuu, jechaa hujii garummaaf akkumaa kutatani kataan hangaa xummurra ti waaqayyoo isin haa gargaaruu.barnotaa gariif jijjiramaa fidudha.
    barataa physics waggaa1ffaa jimma university irraa

  4. baay’ee galatooma isiniin jechaa,barnootni isin kennaa jirtan kun baay’ee barbaachisaa akkanni ta’e keessumattuu dhaloota ammaa kanaaf baay’ee kan barbachisu ta’uusaa hubannoo hedduu irraa argadheetan jira

    ani barataa waggaa lmmaffaa(2)eng. Universitii Dirre Dhawa irrati
    hedduu galatooma

Lascia un Commento

L'indirizzo email non verrà pubblicato. I campi obbligatori sono contrassegnati *

*

Ricevi un avviso se ci sono nuovi commenti. Oppure iscriviti senza commentare.

Moderazione dei commenti attiva. Il tuo commento non apparirà immediatamente.