Nuyi Mana Qulqullummaa Waaqayyo ti!

Jalqaba Jecha mana ໃນ​ໄລ​ຍະ jedhu ເປັນ​ເລື່ອງ Yoo ເປັນ irraa fudhannee ilaalle: Mana jechuun kan namni, horiin, yookiin meeshaan keessa jiraatu jenne fudhachuu ni dandeenya. Yeroo Jecha mana jedhu kanatti qulqullummaa jechi jedhu dabalame, akkuma beekamu hikaan ກ່ຽວ​ກັບ​ການ ISAAA ເປັນ jijjirama.

mana qulqulummaa jechunis Wanti qulqulluun goby ka'amu ແຫ່ງ​ຊາດ yookin ໃນ​ຖັນ​ໃນ jechuudha jiraatu ຖັນ. Manny qulqullummaa ເຮັດ​ໃຫ້ icts immoo abbummaan gaafatummaa ໃນ​ອີ Wali ກ່ານ akka ni o Waaqayyo hubbana. Maaliif jenne yoo gaafannee ‘ani qulqulluudha’ jedhe ofi isaaf kan dhugaa ba’e Waaqayyo qofa waan ta’eef. Haa ta’u malee Waaqayyo akka isaatti qulqulluu akka tanu yeroo hundumaa ni barbaada. ບໍ​ລິ​ໂພກ akka Kanaaf qulqulluu ອີ isinis qulqulloota ta'a jedhe ກ່ານ nu abboomeef.

Nuti warri goofta keenya Yesus Kristositti amanne, ijoollee Waaqayyo akka tanee sagaleen Waaqayyo nu hubbachisa (Yohan.1:12, 2Qor.6:18). Ijoollee Waaqayyo erga taanee nu kan Waaqayyooti malee kan biyya lafaa miti yookiin kan ofii keenyaa miti. Abbaan keenya Waaqayyo nu jaallatee ilama isaa tokkicha akka nu fayyinuuf, cubbuu jalaa akka baanuuf, du’a barabaraa jalaas akka nu baraarmnuuf nuuf kenne. Kanaanis jaalala guddaa nuuf qabu mul’isee jira.

Akkuma Waaqayyo nu jaallate nus Waaqayyoon ni jaallannaa ree? Dubbiin Waaqayyo Garu: ‘Eenyu illee yoo na jaallate dubbii koo immoo ni rawwata, immoo abbaan ກັບ​ພຣະ​ບິ​ດາ​ຂອງ jaallata ໄດ້; nuyis (ນ​້​ໍ​າ, Abbaa, Hafuura Qulqulluu) isa bira ni dhufna, iddoo jireenyaas ດ້ວຍ​ຕົນ​ເອງ Bira ni Godhana ' (Yoh.14:23). Sagaleen kun akka nu barsisutti Waaqayyoon warra jaallatan, rawwachuudhan hell sagalee, Waaqayyo iddoo buufata hell, jireenya iddoo ກ່ຽວ​ກັບ​ການ ISAAA ເປັນ jechuudha godhata. Waaqayyo hell ຜິວ​ຫນັງ​ສະ​ຖານ​ທີ່ qulqulluu akkuma Bakka. ’Manni qulqullummaa Waaqayyo immoo Waaqayyoolii tolfamanii wajjin walii galtee malii qabu? jiraatadha Waaqayyo, nuyis mana qulqulluummaa isaati​. "

Kanaaf Waaqayyo akkas nun jedhe: isin ບໍ​ລິ​ໂພກ Bira nan buufadha, jiddus isin deddeebi'a nan, ເຖິງ​ແມ່ນ​ວ່າ Waaqayyo ເຄື່ອງ​ຫມາຍ​ການ​ບໍ​ລິ​ການ ta'a keessan ສົ່ງ taatu ໃນ​ມື້​ນີ້ (2Qor.6:16). Nu erga mana qulqulluummaa Waaqayyo taanee, mana hafuurri Waaqayyo keessa boqatu kana qulqulluummaati ni eegnaa ree?

Hafuurri Waaqayyo Yoo dhuguma isin keessa jiraate, ຜູ້​ຊາຍ hafuuraatti akka akka isin feedha fedha foonitti jiratan ທີ່​ໃຊ້​ເວ​ລາ; namni hafuura Kristo ຂອງ​ລາ​ຄາ keessaa qabne ແຫ່ງ​ຊາດ Kristo Miti (Roomaa 8:9). Garu isin ນີ້ akka ບໍ່ qulqulluummaa Waaqayyo taatan, hafuurri Waaqayyoos akka isin keessa buufatee jiru hin beektanii ree? (1Qor. 3:16).

Hafuura kanas Waaqayyo biraa argattan; taatanii ພາ​ລະ​ກິດ isas hafuura ບໍ່ qulqulluummaa, Miti keessan ofii ທີ່​ສຸດ​ແຫ່ງ​ຊາດ. Waaqayyo gatiidhaan isin bitate; kanaaf guutummaa dhagna keessaniin waan inni ittin galateeffamu hojjedha! (1Qor.6:19-20). Foon keenyaa, jireenyi ບໍ່ keenyaa qulqullummaa hell ta'u Waaqayyo barree qulqulluummati akka eegnu, ກ່ານ​ພາຍ​ໃນ nuuf ຫມາ kennee wolf Maan isaaf ແບ້​ປັບ​ໄຫມ​ທີ່​ຮ້ອງ haa nu qulqulluun ທີ່​ສໍາ​ຄັນ.

Maqaa Yesus Gooftaatiin; Ameen.

tiin Tesfaye Ayyano

Print Friendly, PDF & Email
Share

ຄວາມຄິດເຫັນ

Nuyi Mana Qulqullummaa Waaqayyo ti! — 4 ຄວາມຄິດເຫັນ

  1. WAAQAYYOO GOFTAAN ISIN HAA EBBISUU .
    barnotaa garii nuf lachaa jirtuu , wareen hangaa xummurrat milkaahan nu haa tasisuu(walumman)
    barataa physics waggaa 1ffaa jimmaa university

  2. waaqayyoo goftaan isin haa ebbisuu, ayyanisas sinif haa bayaatuu, jechaa hujii garummaaf akkumaa kutatani kataan hangaa xummurra ti waaqayyoo isin haa gargaaruu.barnotaa gariif jijjiramaa fidudha.
    barataa physics waggaa1ffaa jimma university irraa

  3. baay’ee galatooma isiniin jechaa,barnootni isin kennaa jirtan kun baay’ee barbaachisaa akkanni ta’e keessumattuu dhaloota ammaa kanaaf baay’ee kan barbachisu ta’uusaa hubannoo hedduu irraa argadheetan jira

    ani barataa waggaa lmmaffaa(2)eng. Universitii Dirre Dhawa irrati
    hedduu galatooma

ອອກຈາກ Reply ເປັນ

ທີ່ຢູ່ອີເມວຂອງທ່ານຈະບໍ່ໄດ້ຮັບການຈັດພີມມາ. ທົ່ງນາທີ່ກໍານົດໄວ້ແມ່ນຫມາຍ *

*

ແຈ້ງໃຫ້ຂ້ອຍຊາບຄໍາເຫັນ followup ຜ່ານທາງອີເມລ. ທ່ານ​ຍັງ​ສາ​ມາດ ຈອງ ໂດຍບໍ່ມີການ commenting.


Comment moderation is enabled. Your comment may take some time to appear.