Furii Wal-Dhabdee

work for peace

Jaalalii dura waan hunduma akka ta’e Macaafini Qulqulluun dhuga nuuf ba’a. Jaalalii eenyuma Waaqayyo iyyu akka ibsuu caafata qulqullu’aa keessatti “Waaqayyo jaalala waan ta’eef, namni hin jaallatin, Waaqayyoon hin beekne” (1 Yoh. 4:8) jedhame caafameera. Wal-dhabdeen waan jaalala dhorkan ykn ittisan keessa isa jalqaba ti. Haa ta’u iyyu male, wal-dhabdeen waan dhokkfamu hin fesisne, jireenya keessatti kan hin hafne dhuga jireenya. Dubbin inni cimaan wal-dhabdeen dhibamu isa osoo … Dubbisu itti fufaa | Continue reading →

Share