Asma | ਸੁਆਗਤ ਹੈ

ਬਰਾਵੋ ਭੂਤ Dhuftan! Akeki Aarsaa ਅੱਖਰ Haaraa oduu gammachisaa ਯਸਾ fayyina ਘਾਹ hundumaaf ਵਰਨਣ, ਉਹ gooftaa ELA keenya Yesus Kristos, labsuu ਦੇ ਦਿੱਤੀ ਹੈ. ਭੇਜੋ ਅਤੇ barrulee irratti, flatter, ਭਰਤੀ Macaafa Qulqulluu, akkasumas barnoota addaa addaa ਇਸ sagalee Fi faakiin utubame maxxansuuf yaadaa ਦਲੀਲ. Maxxansiin ਜਦ ਉਲਟ jaalalatti ਜਾਵੇਗਾ, tajajila ਉਲਟ aarsaatti Waaqayyof dhiyessitan ajjajamuutiif, namas ਅੱਕਾ jaalala Waaqayyootti tajajiltan fiixaan baasuf ਅੱਕਾ ta'u ni abdanna. ਉੱਪਰ addaa addaa dirree … Dubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Nuyi Mana Qulqullummaa Waaqayyo ti!

Jalqaba jecha mana jedhu kana yoo mata duree kana irraa fudhannee ilaalle: Mana jechuun kan namni, horiin, yookiin meeshaan keessa jiraatu jenne fudhachuu ni dandeenya. Yeroo jecha mana jedhu kanatti qulqullummaa jechi jedhu dabalame, akkuma beekamu hikaan isaa ni jijjirama. Mana qulqulummaa jechunis wanti qulqulluun tokko kan keessa ka’amu yookin keessa jiraatu jechuudha. Manni qulqullummaa kun immoo itti gaafatummaa fi abbummaan kan Waaqayyo o akka ta’e waliinDubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Nuyi Waaqayyoof in hojjenna

Waaqayyo saba isaa biyya garbumma keessa irre jaban basa ture. Ammas basa jira. Saba isa waliin ta’un isa eegaa ture. Ammas eegaa jira. Saba isaa irra immo amanamumma barbada. Sabni isa amaname Waaqayyoof akka hojjetu—akka waaqesu. MAREE: Bara jreenya keetti geggessan Waaqayyo siif godhe maal fakkataa? Geggessa fi garummma inni siif godhe kanaf kan sii irra eegamuu maal jetta? MEE ITTI YAADII: Waaqayyo inni Jaalala ta’e WaaqayyoDubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Yesus Isa Dinqiisiisaa

Namooni amantiitti qabamani hin jiraane, maaliif Waldaa Kirstiyanaa hin dhaqtaan ykn maaliif Waldaa Kristiyanaa baqaatu jedhan yeroo gafatamani: “Wal-falesuutu bayyata”, “Gaatii hin qabuu.” ”Achitti maal akka argamu utuu hin dhaqiin tilmamuun ni dada’ama” jedhu. Yesus inni nuti seena Luuqaas bareese keessatti arginu waan namooni jedhan kanan wal hin fakkatu. Waan inni hojjechuuf deemu salphati hin tilmamuu. Namooni bara sana, ‘Waaqayyo namoota gaarii hojjetan ni jaallata’ jedhani yaaduuDubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

ਯਿਸੂ ਮਸੀਹ ਨੇ Dhugaa Beeksiisu

Wa'ee ijooleewaan ਕੀਨੀਆ namooni biroon ਮੈਨੂੰ bayye beeku ni danda'u. Nmuni Isani valine ਪੋਰਸਿਲੇਨ, waliin hojjetan, eenyuma isaani ਅੰਮਾ ta'e beeku namaa birattis himu ni danda'u. Eenyuma isaani siriitti ਗਾਦ-fagesaani beeku Fi himu garuu ਹੀਨ danda'an. Nutu siriitti isaan beeka. Nmuni Byyan Wa'i ASUS ਅੰਮਾ Ta'i ਬਾਕੂ ਅੰਤਰਰਾਸ਼ਟਰੀ. Beekums Isaan garuu ਗਾਦ ਬੈਤਫ਼ਗਾ Miti. Dhugaa ਬਾਹਰ guutuu beekan. Kanafu ਨਾਮ gaarii, barsiisa ciimaa, humni ਜਪਾਨ ਇਸ ittin mul'ate, ਸੰਯੁਕਤ ਰਾਸ਼ਟਰ … Dubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Biyya Keessa ਮਰਦ Kan Biyya ਚੈਨ ਬੈਠਕ ਸ਼ਾਤ

Biyya ਚੈਨ keessa ਕੰਧ biyya ਚੈਨ miti.mp3 15Isa hamaattii ਅੱਕਾ ISAAA eegduuf malee, biyya ਸ਼ਾਤ keessaa ਅੱਕਾ ISAAA baaftuuf si ਹੀਨ kadhadhu. 16Akkuma ਆਸਾਨ biyya ਚੈਨ ਹੀਨ Ta'in, biyya ਚੈਨ ਬੈਠਕ isaanis. 17Dubbiin ਕੀ dhugaa ਡੀ.ਐਚ.ਏ., dhugichaan isaan qulqulleessi. 18ਅੱਕਾ ATI biyya lafaatti ergite, ਅਨੀਸ akkasuma biyya lafaatti ISAAA ergeera. [Joh. 17:15-18] Duuka buutooni ਯਿਸੂ ਨੇ Kristos (Kristi'yaanoon) namoota biyya lafaa keessa wamamani dhiifamuDubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

ਕਹਿਰ ਵਾਲਮਾਰਟ Dhabdee

work for peace

Jaalalii dura waan hunduma akka ta’e Macaafini Qulqulluun dhuga nuuf ba’a. Jaalalii eenyuma Waaqayyo iyyu akka ibsuu caafata qulqullu’aa keessatti “Waaqayyo jaalala waan ta’eef, namni hin jaallatin, Waaqayyoon hin beekne” (1 Joh. 4:8) jedhame caafameera. Wal-dhabdeen waan jaalala dhorkan ykn ittisan keessa isa jalqaba ti. Haa ta’u iyyu male, wal-dhabdeen waan dhokkfamu hin fesisne, jireenya keessatti kan hin hafne dhuga jireenya. Dubbin inni cimaan wal-dhabdeen dhibamu isa osooDubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Dubbii Isinis kanaaf ਦੋ ਡੌਕ-baatuu

ਧੁੱਗਾ-baatuun argee waan Fi dhaga'e ਨਾਮ Himu ਡੀ.ਐਚ.ਏ.. ਮੈਨੂੰ argee ਨਾ ਰਿਹਾ Fi dhaga'e namaa dhoksuu hundmiti ਕੀਨੀਆ ni komana. Namni waan ਨਾਮਾ miidhu tokko arge himu dhiise badisa ga'uf itti gafatama qaba. Namni waan tokko gaarii arge ਉਥੇ gaarii immo dhoksu ਨਾਮ ਜੋੜਨ ਦਾ ਨਾਮ hirmachu ਹੀਨ ਨਾਮ barbane ਡੀ.ਐਚ.ਏ.. MAREE: Qoricha ਨਾਮਾ dhukufate tokko fayyisu yoo bekte ਮਾਲ goota? ਸਾਨੂੰ ਨਾ Sanafe ਲਤਾ imino Jala dhoksita? Namni … Dubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Leenca Qaraniyo

Magarsa BaqalaSi Hin Irranfatu Garaan KooLencaa.mp3 Magarsa Baqala ttin Leenca qaraniyo angafa nagaa yaa Yesus mootii Lalisa saaroon mootii gudda hida Daawitii Mootota keessa kan akka kee hin jiru akkikee Ati ulfeefamii waaqaa-lafa ulfaadhu amma illee Ulfaadhu male bara baraan, ulfadhu amma illee /4 1. Hin sagadinuu waaqota ormaaf, (Mootii gudda ulfinni kee) Hin sagadinuu kan du’aniif, (Mootii gudda ulfinni kee) Barri kan siiDubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Gooftichi Dhuguma Du’aa Ka’eera

Gooftichi Dhuguma Du’aa Ka’eera Luqaas 24:13-35 Lafa nuti abdi kutanetti—gafa nuti roomine addemnu—Waaqayyo nuti mul’ata. Humna fayyisu isa nuti agarsiisa. Abdi keenya haaressa. Akkeka fi kayyo keenya geedara. MAREE: Gafa abdi kutanna kee Waaqayyo sflf ga’e beeka? Mee dhugaa nuuf ba’i. MEE ITTI YAADII: Maaliif Gooftan yeroo dhume irratti, abdi dhumate irratti mul’ata mul’ata? Nuti arifate immo, isatu yeroo dhumate irratti mul’ata? Moo lachanu ta’u danda’aa? SEENSA: … Dubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Inno As Hin Jiru, Ka’eera!

Inno As Hin Jiru, Ka’eera! Luqaas 24:1-9 Nuti Yesus isa du’a ka’ee isa jiraataa argaane. Isatu jireenya nuuf ta’e. Yeroo du’a ka’u Goofta itti yaadanu kanatti attamitti Yesus inni jiraataan jireenya akka nuuf ta’e waliin xixalla. MAREE: Utuu Yesus dhimma kee keessa hin gaalle ta’e maaltu ta’a ture? Guyya har’a kana akkata Yesus jireenya kee itti geedare, akkata inni itti abdi kee moofa’e itti haareesse dhugaaDubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Dubbin isa Dubbi Ayyaana ti

It is really about grace.mp3Dubbin isa Dubbi Ayyaana ti Rom 4:13-25 Dubartiin tokko waan kiitabaa amanti ishe irra dubistuu tokko galuuf dinan namicha geggessa amanti ishe ta’e bira dhaqixe waa’ee waan isheen dubbisa jirtu akka ibsuuf gaafate. Namichi immo “Ani qubee hin beeku. Garuu yoo ati naaf dubbifite dhugaa inni agarsiisu naan hubadha” ittin jedhe. “Ati eega qubee ille hin beekne, attamitti dhugaa inni agarsiisu hubachuu dandessa?” jetteDubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Kristos Waaqayyotti Nu Araarsuuf Dhiphate

It is about us too.mp3 Kristos Waaqayyotti Nu Araarsuuf Dhipate 1 Phexros 3:18-22 Yeroon amma yeroo Waldaan Kristiyaana waa’ee dhiphina goofta keenya Yesus itti yaadu dha. Haala kana keessatti gaafiin nuti of gaafachuu malu keessa inni tokko, “Yesus maaliif dhiphae? …Yesus maaliif dhiphachuuf male?” kan jedhu dha. Sagaleen Waaqayyo gaafii kanaf debbi ga’aa nuuf kenna. MAREE: Nama biraaf jecha gatii bafte beekta? Namni ati gatii bafte hidhamu, … Dubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Yesus Oolmaa akkamii nuraa qabaa?

Tesfaye Ayano tiin Yesus oolmaa namoota baayee irra akka qabuu beekamaadha. Garuu oolmaa isaa kana maaliin deebifnuuf? Yesus akkas jedhe warri ani irra oolmaa qabu, warri na jaallatan sagalee koo hojii irra oolchu jedhe (1Yoh.5:2-5). Kanaaf waaqayyoo kee humna keen, beekumsa keen, lubbuu keen, qabeenya keen, dhaloota keen jaalladhu jedhe (Mat.22:37). Warri Yesusiin jaallatan lubbuu isanii ta’e, qabeenya, beekumsa isanii, humna isanii kenuuf dubbatti hin jedhan. KanaafDubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Ilmicha Qabdaa?

Tesfaye Ayano tiin Namni Ilmicha ganu Abbacha waliin firooma hin qabu. 1Yoh.2:22-23 Ilmichi eenyuu? Yesus Kristos. Abbichi hoo? Waaqayyo Abbaa Yesus, Abbaa keenyas! Eegaa nu warri yesus gooftaa ta’u isatti amanu obboloota Yesus jechuudha? Eeyyee warri gooftaa Yesuustti amanan obboleewwan Yesusii dha. Akkamitti obboleewwan ta’un danda’amaa? Mee (Yohannis 1:12-13) haa dubbifanu. Warri Yesus gooftaa ta’u isatti, ilma Waaqayyo ta’u isaatti amanan abboon ijoollee Waaqayyo ta’un isaanii niDubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →

Wiirtun Waaqayyo Malee Nu Miti

It is not about us.mp3 Wiirtun Waaqayyo Malee Nu Miti 2 Qorontos 4:1-6 Waan gaarii yeroo nuuf ta’u, waan nuti itti yaadnee itti dhamane tokko yeroo nuuf rawwamatamu, attamitti simana laata? Waan namni biraan itti yaadee, itti dhama’e tokko yeroo guutuuf baatu immo attamitti dhiima sana hubanaa? Madii gaaruumma hunduma Waaqayyo. Isaa iraa waan gaariin hundinu nuuf akka ta’u sagaleen Waaqayyo nuu barsiisa. MAREE : Waaqayyon amanachuu, … Dubbie fufa ਨੂੰ ਧੱਕੇ ਹੈ | ਪੜ੍ਹਨ ਜਾਰੀ →