Nuyi Mana Qulqullummaa Waaqayyo ti!

Jalqaba Jecha mana jedhu Durée như yoo vấn đề như irraa fudhannee ilaalle: Mana jechuun kan namni, horiin, yookiin meeshaan keessa jiraatu jenne fudhachuu ni dandeenya. Yeroo Jecha mana jedhu kanatti qulqullummaa jechi jedhu dabalame, akkuma beekamu hikaan về ISAAA là jijjirama.

Mana qulqulummaa jechunis Wanti qulqulluun cá bống kho quốc gia ka'amu yookin trong cột trong cột jiraatu jechuudha. Manni qulqullummaa làm cho công nghệ thông tin immoo abbummaan gaafatummaa trong một e Wali kan akka ni o Waaqayyo hubbana. Maaliif jenne yoo gaafannee ‘ani qulqulluudha’ jedhe ofi isaaf kan dhugaa ba’e Waaqayyo qofa waan ta’eef. Haa ta’u malee Waaqayyo akka isaatti qulqulluu akka tanu yeroo hundumaa ni barbaada. Kanaaf akka ani qulqulluu ta’e isinis qulqulloota ta’a jedhe kan nu abboomeef.

Nuti warri goofta keenya Yesus Kristositti amanne, ijoollee Waaqayyo akka tanee sagaleen Waaqayyo nu hubbachisa (Yohan.1:12, 2Qor.6:18). Ijoollee Waaqayyo erga taanee nu kan Waaqayyooti malee kan biyya lafaa miti yookiin kan ofii keenyaa miti. Abbaan keenya Waaqayyo nu jaallatee ilama isaa tokkicha akka nu fayyinuuf, cubbuu jalaa akka baanuuf, du’a barabaraa jalaas akka nu baraarmnuuf nuuf kenne. Kanaanis jaalala guddaa nuuf qabu mul’isee jira.

Akkuma Waaqayyo nu jaallate nus Waaqayyoon ni jaallannaa ree? Dubbiin Waaqayyo garu: ‘Eenyu illee yoo na jaallate dubbii koo immoo ni rawwata, abbaan koos immoo isa ni jaallata; nuyis (Ilma, Abbaa, Hafuura Qulqulluu) isa bira ni dhufna, iddoo jireenyaas isa bira ni godhana’ (Yoh.14:23). Sagaleen kun akka nu barsisutti Waaqayyoon warra jaallatan, sagalee isaa rawwachuudhan, Waaqayyo iddoo buufata isaa, iddoo jireenya isaa ni godhata jechuudha. Waaqayyo akkuma maqaa isaa bakka qulqulluu jiraata. ’Manni qulqullummaa Waaqayyo immoo Waaqayyoolii tolfamanii wajjin walii galtee malii qabu? Waaqayyo jiraatadha, nuyis mana qulqulluummaa isaati. "

Kanaaf Waaqayyo akkas nun jedhe: Ani ISIN Bira nan buufadha, ISIN jiddus nan deddeebi'a, thậm chí Waaqayyo keessan vận chuyển nhãn hiệu dịch vụ ta'a hôm nay taatu (2Qor.6:16). Nu erga mana qulqulluummaa Waaqayyo taanee, mana hafuurri Waaqayyo keessa boqatu kana qulqulluummaati ni eegnaa ree?

Hafuurri Waaqayyo yoo dhuguma ISIN keessa jiraate, Malee hafuuraatti akka akka ISIN feedha fedha foonitti thời gian jiratan; namni hafuura Kristos giá keessaa qabne quốc gia Kristos MITI (Rome 8:9). Garu ISIN này Akka không qulqulluummaa Waaqayyo taatan, hafuurri Waaqayyoos akka isin keessa buufatee jiru hin beektanii ree? (1Qor. 3:16).

Hafuura kanas Waaqayyo biraa argattan; ISA hafuura không qulqulluummaa Sứ mệnh taatanii, nhất MITI ofii keessan quốc gia. Waaqayyo gatiidhaan ISIN bitate; kanaaf guutummaa dhagna keessaniin waan inni ittin galateeffamu hojjedha! (1Qor.6:19-20). Foon keenyaa, jireenyi keenyaa không qulqullummaa Waaqayyo ta'u địa ngục barree qulqulluummati akka eegnu, kan trong nuuf chó sói kennee Maan isaaf chính dê tốt qulqulluun nu haa Screaming.

Maqaa Yesus Gooftaatiin; Ameen.

Tesfaye Ayyano tiin

In thân thiện, PDF & Email
Chia sẻ

Bình luận

Nuyi Mana Qulqullummaa Waaqayyo ti! — 4 Bình luận

  1. Waaqayyoon koo guddaa isiin ha eebbisuu hedduu irraa bare dargaggootaaf waaqayyoon namoota waamaman hundaaf ergaa guddaa dha. Gooftaa ayyaana kana dacha dachaa isiinif ha baayyisu.

    barsiisaa Addisuu Baqqalaa
    Addis Abeba Science and Technology irraa
    Finfi
    innee

  2. WAAQAYYOO GOFTAAN ISIN HAA EBBISUU .
    barnotaa garii nuf lachaa jirtuu , wareen hangaa xummurrat milkaahan nu haa tasisuu(walumman)
    barataa physics waggaa 1ffaa jimmaa university

  3. waaqayyoo goftaan isin haa ebbisuu, ayyanisas sinif haa bayaatuu, jechaa hujii garummaaf akkumaa kutatani kataan hangaa xummurra ti waaqayyoo isin haa gargaaruu.barnotaa gariif jijjiramaa fidudha.
    barataa physics waggaa1ffaa jimma university irraa

  4. baay’ee galatooma isiniin jechaa,barnootni isin kennaa jirtan kun baay’ee barbaachisaa akkanni ta’e keessumattuu dhaloota ammaa kanaaf baay’ee kan barbachisu ta’uusaa hubannoo hedduu irraa argadheetan jira

    ani barataa waggaa lmmaffaa(2)eng. Universitii Dirre Dhawa irrati
    hedduu galatooma

Để lại một trả lời

Địa chỉ email của bạn sẽ không được công bố. Các trường bắt buộc được đánh dấu *

*

Thông báo ý kiến ​​của followup qua e-mail. Bạn cũng có thể đăng ký mà không có ý kiến.


Comment kiểm duyệt được kích hoạt. Cảm nhận của bạn có thể mất một thời gian để xuất hiện.