Yesus Isa Dhugaa Beeksiisu

Wa’ee ijooleewaan keenya namooni biroon waan bayye beeku ni danda’u. Namooni isaani waliin baratan, waliin hojjetan, eenyuma isaani amma ta’e beeku namaa birattis himu ni danda’u. Eenyuma isaani siriitti gad-fagesaani beeku fi himu garuu hin danda’an. Nutu siriitti isaan beeka. Namooni bayyen waa’ee Yesus amma ta’e beeku. Beekums isaani garuu gad-fago miti. Dhugaa guutuu hin beekan. Kanafu nama gaarii, barsiisa ciimaa, humni jabaan kan ittin … Dubbisu itti fufaa | Continue reading →

Share

Isinis dubbii kanaaf dhuga-baatuu dha

wfl.png

Dhuga-baatuun nama waan argee fi dhaga’e himu dha. Nama waan argee fi waan dhaga’e namaa dhoksuu hundmiti keenya ni komana. Namni waan nama miidhu tokko arge himu dhiise badisa ga’uf itti gafatama qaba. Namni waan gaarii tokko arge nama dhoksu immo gaarii sana hirmachu namaa nama hin barbane dha. MAREE: Qoricha nama dhukufate tokko fayyisu yoo bekte maal goota? Nama sanaf ni lata immo jala … Dubbisu itti fufaa | Continue reading →

Share

Change of Mindset

To follow Jesus asks for self-denial. It asks the laying down of self interest. It asks for the bearing of the cross, a very cruel instrument of one’s own death, and following in the footstep of the Messiah.

Dubbisu itti fufaa | Continue reading →
Share

Ashamaa | Welcome

Baga Nagaan Dhuftan! Akeki Aarsaa Kakuu Haaraa oduu gammachisaa isa fayyina nama hundumaaf ta’e, wangeela gooftaa keenya Yesus Kristos, labsuu dha. Diree kana irratti barrulee, lallaba, qorannaa Macaafa Qulqulluu, akkasumas barnoota addaa addaa kan sagalee fi faakiin utubame maxxansuuf yaadaa qabna. Maxxansiin kun akka isin jaalalatti, ajjajamuutiif tajajila akka aarsaatti Waaqayyof dhiyessitan, namas akka jaalala Waaqayyootti tajajiltan fiixaan baasuf akka ta’u ni abdanna. Fuula addaa … Dubbisu itti fufaa | Continue reading →

Share